Al-Qari'ah

القارعة

The Striking Calamity11 ayahsMeccan

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

ٱلۡقَارِعَةُ﴿١

1Qalbii rukuttuun (Qiyaamaan).

مَا ٱلۡقَارِعَةُ﴿٢

2Qalbii rukuttuun maali?

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا ٱلۡقَارِعَةُ﴿٣

3Qalbii rukuttuun maal akka taate maaltu si beeksise?

يَوۡمَ يَكُونُ ٱلنَّاسُ كَٱلۡفَرَاشِ ٱلۡمَبۡثُوثِ﴿٤

4Guyyaa namni akka billaacha faffacaafamee ta’u.

وَتَكُونُ ٱلۡجِبَالُ كَٱلۡعِهۡنِ ٱلۡمَنفُوشِ﴿٥

5(Guyyaa) gaarreen akka jirbii iddamee (qaasasame) ta'u.

فَأَمَّا مَن ثَقُلَتۡ مَوَٰزِينُهُۥ﴿٦

6Namni madaalli (hojii) isaa ulfaatte,

فَهُوَ فِي عِيشَةٖ رَّاضِيَةٖ﴿٧

7Inni jireenya jaalatamtuu keessa ta'a.

وَأَمَّا مَنۡ خَفَّتۡ مَوَٰزِينُهُۥ﴿٨

8Namni madaalli (hojii) isaa salphatte immoo,

فَأُمُّهُۥ هَاوِيَةٞ﴿٩

9Qubannoonni isaa “Haawiyaa”dha.

وَمَآ أَدۡرَىٰكَ مَا هِيَهۡ﴿١٠

10Isheen (Haawiyaan) maal akka taate maaltu si beeksise?

نَارٌ حَامِيَةُۢ﴿١١

11(Isheen) ibidda gubduudha.

RELATED SURAHS