Al-Masad

المسد

The Palm Fiber5 ayahsMeccan

بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ

تَبَّتۡ يَدَآ أَبِي لَهَبٖ وَتَبَّ﴿١

1Harki Abuu Lahab lamaan badde [Innis] bade.

مَآ أَغۡنَىٰ عَنۡهُ مَالُهُۥ وَمَا كَسَبَ﴿٢

2Qabeenyi isaatiifi wanti inni hores isa hin fayyanne.

سَيَصۡلَىٰ نَارٗا ذَاتَ لَهَبٖ﴿٣

3Ibidda abbaa bobayaa (belbelaa) taate seenuuf jira.

وَٱمۡرَأَتُهُۥ حَمَّالَةَ ٱلۡحَطَبِ﴿٤

4Niitiin isaas baadhattuu qoraanii taatee (seenti).

فِي جِيدِهَا حَبۡلٞ مِّن مَّسَدِۭ﴿٥

5Morma ishee keessa haada quncee temiraa irraa ta'etu jira.

RELATED SURAHS