النصر
The Divine Support • 3 ayahs • Medinan
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
1Yeroo tumsi Rabbiitiifi banamiinsi (Makkaa) dhufe,
2Namootas garee gareedhaan diinii Rabbii keessa kan seenan argite,
3Gooftaa kee faarsuu wajjin qulqulleessi; araarama isa kadhadhu, inni akkaan tawbaa qeebalaa tahe.