الناس
Mankind • 6 ayahs • Meccan
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
1Jedhi: "Gooftaa namaattin maganfadha.
2Mootii namaatti,
3Gabbaramaa namaatti,
4Hamtuu hasaassii (sheyxaana) dhokatuufi mul’atuu irraa,
5Isa qomoota namaa keessa waswaasu irraa,
6Jinniifi nama irraa kan ta’e (irraan maganfadha).”