قريش
Quraysh • 4 ayahs • Meccan
بِسْمِ ٱللَّهِ ٱلرَّحْمَٰنِ ٱلرَّحِيمِ
1Qurayshota barsiisuuf,
2Fe’annaa gannaafi bonaa isaan barsiisuuf jecha (warra arbaa balleesse).
3Gooftaa mana kanaa haa gabbaranu.
4Isa beela irraa isaan nyachiseefi sodaa irraa isaan tasgabbeesse.